Isaiah 62:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maro Yerusalemu inuma dubbad'a, haga Sioni baasani, d'ugaani isii aka ifse halkaniini bibilit'uti, afaani inqabad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchummaan isi'ii kennu akka haga lafa bari'uu ifuu fi fayyummaan isi'iillee akka shawaa bobawuu haga ifutti ani waan Tsiyoonii hin cadhisu; waan Yerusaalemiillee hin cadhisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balchummaan isi'ii akka aduu ganamaa, fayyinni isi'iille akka xassaa bobe'uu haga issutti, ani marroo Xiyoonii hin cadhisu; marroo Yerusaalemii hin sarmu.