Isaiah 62:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yerusalemu, dira keesaa baha, worra keesani ka galu kara mid'aasa! Kara balla ch'ira, d'akha keesaa guura! Baandera oliqaba, gosa ch'ufa garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa balbala dallawaatiin lufaa'a; namootaaf karaa qopheessaa'a; karaa badhaa baasaa'a; dhagaa karaa irraa dhooggaa'a; malkata ol qaba'aa bani'itti mudhisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa Yerusaalemii, karaa karra qacha'aatiin dabara'a; kolba'aafille karaa qopheessa'a! Karaa guddaa baasa'a; dhakaa karaa keessaa kaasa'a; gosa biyya adda addaatiif baandiraa ol kaasa'a.