Isaiah 62:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu dubbi tana muumme lafati hime waan jed'e. Waan isani gumi Yerusalemutini jettani, me ilaala, nami isani baasu d'ufuu jira! Inni gumi baaseni d'ufuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Adunyaa marattuu fayyisaan kee hin dhufa; gatiinii fi badhaafni namootaa kennu isa woliin jira; jedha'aatii intala Tsiyooniititti himaa'a» jedhee labsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Kolbaa Xiyooniitiin, ‹Kunoo, fayyisaan keessan dhufaara; gatiin inni isinii kennu, wonni inni isiniif kaffalu harka isaa jirti› jedha'aan» jedhee, haga qaccee biyya lafaatitti lasseera.