Isaiah 62:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deebiani ta lakisani siini injed'ani yokhaani lafa tanteetileeni, Niiti d'iirsi baase injed'ani. Maqaani kanke amma, Waaqi ya isi jaalate taha, lafa tanteetileeni, Ta gammadaani fuud'ani jed'ani, wonti akanatiifi AABBO Waaqati si jaalate, lafa tanteeti d'iirsa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammaa achi «Ta gatamte» jedhamtee hin waamamtu; lafti teellee «Ona» jedhamtee hin waamamtu; maqaan haarofni ati ittiin waamamtu Rabbi isi'itti gammada! ka jedhu ta'a; biyyi tee ta «abbaa worraa qabdu» jedhamtee waamamti; Rabbi sitti gammada; biyyi tee akka dubartii abbaa worraa qabduu taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati haganaa achi, «Ta lakkifante» hin jedhantu, yookiin «Lafa duwwaa» hin jedhantu; Mootiin Waan Maraa waan sitti gammaduuf, latti teetille abbaa manaa waan qabaattuuf, ati ammoo, «Gammadi kiyya isi'iin» jedhantee hin waamanta; latti teetille, «Dubartii abbaa manaa qaddu» jedhantee hin waamanti.