Isaiah 62:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yerusalemu, naabo tante gubbati anini yayu nama lafa eegu kaye worri halkanifi guyyale afaani inqabatu. Worri waan AABBO Waaqi kakhate qaabsise ded'u isaa d'owu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalem! Ani worra dallawa kee eegan; ka halkanii fi guyyaa hin cadhifne kaayeera; isin worri Rabbiin kadhattan hara hin baafatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Yerusaalem, ani dalleya dhaka'aa keetii irra, eeddota keyeera; isaan halkanii fi guyyaa ijjumaa hin cadhisanu. Isin worri Mootii Waan Maraa waammatanu hin foorfatina'a.