Isaiah 63:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo worri isa dide, aka hama isa laalefachiise. Tanaafi AABBO Waaqi nyaapa worrati tahe worra had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu Hafuura isaa woyyuu gaddisiisan; kanaaf inni isaanitti ka'ee isaan adabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo finqilanee, ayyaana woyyicha isaa gaddisiisane. Tanaaf, inni garagalee diina isaanii te'ee, ifumaaf isaan lole.