Isaiah 63:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eege worri waan bara duri gaafa hojatuni AABBO Waaqa Musani lafa jiru qaabate waan jed'e, AABBO Waaqi, ka jaarole gumi isaa baariini taakisiise, me? AABBO Waaqi, ka lubbu isaa Musaa kenne, me?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa bara Muusee tajaajilaa Rabbii yaadachuu jalqaban; Rabbiin tissee hori'ii woliin galaana keessaa baase meeti? Rabbiin Hafuura woyyuu isaan keessa kaaye meeti?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan bara durii, bara Muuse'eetii fi Israa'eloota isa woliin jirtu qaabattee, «Ka sooressitoota woliin kolbaa ifii abbaayaa keessa akka gamatti bu'anu godhe, ka ayyaana woyyicha ifii isaan keessa keye meet?