Isaiah 63:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi, ka irre isaa guddooni waan jabdu Musa tolchisise, bisaani baariini gargari kute, gumi isaa bisaani qile taakisiise, akasiini haga jiru jireenna gurra baafate, me? AABBO Waaqi worra dura deeme, worrileeni aka farda lafa aloo ka ingufanne yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka maqaan isaa ka bara baraa waamamuuf isaan afo'oo bisaan gar gar kute, ka ulfinna qabu, ka hunni isaa akka harka Muuse'eetiin deemu godhe eessa jira?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irree ifii ta ulfinna qadduun ka midda Muuse'ee dhaabbate, ka ulfinna maqaa ifii bara baraan akka beekkamu godhiisaaf, isaan duratti bisaan gargar kute eennu?