Isaiah 63:13 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa galaana xiillaa keessa deeman akka womaa hin gufanne akka farda lafa diriiraa irra deemuu isaan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka farda lafa duwwaa keessa ideemuu, qilee bisaanii keessa adoo hin gufatin akka isaan gamatti bu'anu ka godhe eennu?