Isaiah 63:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma looni bale marra qabduti bobaasani, akasuma AABBO Waaqi gumi ufi boqochiisa. Inni gumi isaatini deeme, akasiini gurra dansa argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma gobbuu hori'ii ka dhooqa keessa yaa'uu Hafuurri Rabbii hara isaan baafachiise; akka maqaan kee kabajjamuuf akkaataa kanaan banii kee masakkite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka loon dirre'etti gad bu'anee foorfatanuu, ayyaanni Mootii Waan Maraa akka isaan foorfachiisu ka godhe eennu?» jetti. Ulfinni maqaa keetii akka beekkamuuf ati kolbaa teeti akka kanaan sooressite.