Isaiah 63:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini abba keenna. Ababooti teenna Abrahamufi Yakoboni nu imbeekhani, ammo, ee AABBO Waaqa, atini abba keenna, ka guyya ch'ufa nu baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Abrahaam nu hin beenne, Israa'elillee yoo nu hin hubanne ati abbaa keenna; Waaqa keenna! maqaan kee duruma irraa fayyisaa keenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati abbaa keenna; Abrahaam nu beekuu dhabulle yookiin Israa'el nu qaabbii dhaddulle, ati ammoo abbaa keenna. Maqaan keeti duruuyyuu wodoo teenna.