Isaiah 63:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maanifi kara kanke iraa nu gorsita? Atini maafi garaa nu jabeesite, ufi sodaachu nu d'owarta? Hojatu tante, gosa atini duri fohate, jed'i gadeebii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa keenna! maaf akka karaa kee irraa bannu nu goote? akka nu si hin sodaanne maaf garaa nu jabeessite? yabo'oo hojjattoota teetii fi worra gosa kee ta'aniif jedhii nuu deebi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, maaf akka nuuti karaa keeti irraa gorru nu goota? Akka nuuti si hin sodaaneefille, maaf gadhaa keenna jabeessita? Tajaajiltoota teetii fi gosa dhaala keeti te'aneef jedhiitii deebi'i.