Isaiah 63:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu, gosa tante qulqullo, nyaapi d'ufe lafa teenna keesaa nu baase, mana kanke qulqullole seene t'ureese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni kee woyyuun hennaa hago'oof qabeenna banii woyyuu keetii ture; amma garuu diintota teennatu keessa deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan teeti woyyittiin yennaa diqqo'oof, addee woyyittii teeti dhaalte; amma ammoo, diinoti keenna addee woyyittii teeti irra sirbane.