Isaiah 63:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woyaani isaa maanifi aka woya nama mid'aani zabibu ch'ach'arase daad'i mid'aasu diimati?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama daraaraa daadhii woyini'ii cuunfee baasuutitti uffanni kee maaf diimate?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko, «Woyaan teeti akka woyaa worra woynii cunfuu, maaf diimatte ree?» jedhee gaafata.