Isaiah 63:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi guyyaani anini gumi tiyya baasu ya d'ufe guyyaani anini nyaapa kiyya gaargalchu ya gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani haluu bayu'uuf murteeffadheera; hennaan banii kiyya oolchullee gayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani guyyaa haluu itti bayu murteesseera; barri ani kolbaa tiyya wodulle dhikaateera.