Isaiah 63:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka qarqaarsa nama iraa d'abe arginaani mame. Ammo dallansuuni garaa na jabeesite, kobuma tiyya worra suni dabsad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa naannaya kiyya laalu ka gargaaru eennullee hin jiru; ka gargaaru waan hin jirreef guddisee maalalfadhe; kanaaf ani lola kiyya gudda'aan mootee fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adaala kiyya ilaale; nama na qarqaaru tokkolle dhabe. Nama qarqaaru waan dhabeef maadeffadhe. Maarre, irreen tiyya fayyinna naa fiddee, mufiin tiyya na qarqaarte.