Isaiah 63:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dallansuuni gosa heddu ch'ach'arase d'iiga worraa lafati jisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani lola kiyyaan isaan kuffisee lafatti isaan eda'e; lolli kiyya guddaan akka isaanitti dhagayamu godhee dhiiga isaaniillee lafatti jisse»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani aarii tiyyaan gosa biyya adda addaa irra sirbe; mufii tiyyalle'een isaan macheessee, dhiiga isaanii lafatti dhangalaase» jedhee hin deebisa.