Isaiah 63:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini naasufu jaalala AABBO Waaqa namati odeese waan inni nuu tolcheefi isa faarsa. Inni maro naasufi jaalala isaatiifi yayu gumi Israeli qarqaare guddo eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan inni nuu godhe maraafuu, yaada mishaa araara ufiitiin inni banii Israa'eliitii godhee fi waan jaalala isaa ka baraa haga bara baraatii fi waan hujii isaa ka eebbaa arjummaa Rabbii ka haga hin qabnee ibsee dubbadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jaalala bara baraa ka Mootii Waan Maraa, waan nuuf godhe maraaf, hujii inni ittiin leellifamu, akka marartii ifiitii fi jaalala ifii ka bara baraatitti, Waan guddoo dansaa inni Israa'eliif godhe hima.