Isaiah 63:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Worri kunini kiyya; na insobu. Tanaafi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Dhugamaan isaan worra kiyyaa fi ijoollee tiyya ta hin sobne» jedhe. Inni fayyisaa isaanii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Isaan dhugumaan kolbaa tiyya; ilmaan na hin sonne» jedheera; tanaaf inni fayyisaa isaanii te'e.