Isaiah 63:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni gaargala ch'ufa keesaa worra baase. Nami worra baase malaikaniti, AABBO Waaqa. Jaalalaafi naasu isaatini inni worra baase. Inni qara duri hojja ch'ufa worra qarqaare,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ka hennaa rakkinna isaanii maraa isaan oolche; ergamaa yookaan maleekkaa ergee uduu hin taane ufumaa jidduu isaaniititti argamee jaalalaa fi gara laafummaa ufiitiin isaan oolche; inni duruma irraa jalqabee isaan baadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan rakkatanu mara innille rakkate; ergamaan isaa ka isa bira jiru isaan baase. Inni jaalala ifiitii fi marartii ifiitiin isaan wode; inni bara duriitii jalqabee yennaa mara ol fuudhee isaan ba'ate.