Isaiah 64:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, wonti kunini ch'ufti si ind'ibdu? Atini maafi afaani qabate gaargala hagana gahu kana nuti lakifte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! ati waan kanniin maraan maayessa waan tokko hin gootuu? cadhiftee hunna kee gudda'aan nu adabdaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, tun marti yennaa nu irra dhaqqaddu, ati nu hin qarqaartuu ree? Ati cadhittee akka malee nu hin adaddaa ree?