Isaiah 64:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni suni holate, aka bisaani ibida irati owani okote keesati woch'ani taati. Kooti, nyaapa kanke guddinnaafi jabeenna ke garsiisi, gosa ch'ufa ufi durati mudamsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ibiddi hennaa bobaye muka gogaa bobeessee barbadaan sun bisaan ibidda irra kaayan danfisu; baniin maruu mudhachuu keetiin akka hollatan gad bu'ii maqaan kee diintota kee jiddu'utti akka beekkamu godhi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma nami haasume'een ibidda bobeessee, ibiddi sun bisaan danfisu, gosi biyya adda addaa si duratti akka hollattu, gad bu'iitii diinota keetitti maqaa keeti beessisi.