Isaiah 64:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni takaa Waaqa aka keeti, ka nama isa abdatu wo bahu, arge ind'ageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duruma irraa jalqabee Waandhi abdii godhatan, isa hedatan ka baasaa fi maalalee sanniin maraa hojjate si malee ka biraa hin dhagayamne, hin mudhanne, ka hubatellee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra isa addi'iin eegatuuf ka maadee huju, Waaqi akka keetii ka dhibiin tokkolle hin jiru; durii jalqabee dhage'amee, dhaggameelle hin beekkamu.