Isaiah 64:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni si iyaamatu, tokoleeni qarqaarsa siraa imfed'atu. Atini ya fuula kanke nu d'ofate, maro ch'ubbu teennatifi nu balleesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa cubbuu keennaatiif ati waan fuula kee nu irraa deebifattee fi akka nu yakka keenna jalatti bullu waan nu dhiifteef namni maqaa kee waamuu fi ka si argachu'uuf xaarullee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati fuula keeti nu irraa deebifattee, cubbuu teennatti dabarsitee waan nu kenniteef, nami maqaa keeti waammatu tokkolle hin jiru; nami gara keeti deebi'iisaaf wodhaanulle hin jiru.