Isaiah 64:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini abba keenna. Nu d'oqe faara fakaanna, ammo atini nama isii supe mid'aasu fakaata. Atini harka keetiini nu uumte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Waandhana! ati abbaa keenna; nu'u faara; ati garuu uumaa keenna; nu maruu harka keetiin uumamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, ee Mootii Waan Maraa, ati abbaa keenna; nuuti faara; ati faara irraa nu hujje. Nuuti marti hujii harka keetii ti.