Isaiah 64:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akana nuti indallanini yokhaani ch'ubbu teenna haga jiru jireenna nuti inheregini. Nu gumi teeti, nuu nahi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! biibboftee nuun hin lolin; baraa haga bara baraa cubbuu keenna nutti hin laakkayin; yabo'oo nu maruu banii keetii nu laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti marti kolbaa teeti waan teeneef, ee Mootii Waan Maraa! Maganne'e, gara keenna ilaali; akka malee nutti hin aarin; haga bara baraa cubbuu teenna nutti hin laakkowin.