Isaiah 65:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani worri na lakise gaara qulqullo yaala bahe waaqoota milkifi ayyaana ta Gadifi Menini jed'ani kad'atu, aka d'ibi taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra ana Rabbiin dhiiftanii gaara kiyya woyyuu dagattanii waaqa tolfamaa ‹hiree misha'aa› jedhamuu dhiyana qopheessitan; waaqa tolfamaa ‹Milkii› jedhamuu daadhii woyini'ii xuwwe'etti buuftan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worra ana Mootii Waan Maraa lakkittanee, gaara woyyicha kiyya deetanee, waaqa dharaa ka, ‹Milkii› jedhamuuf, qorii qopheessitanee, worra waaqa dharaa ka, ‹Hixaa› jedhantuufille, daadhii woyni'ii ta makante muduunu'utti guuttaneefii,