Isaiah 65:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isani yaame jennaani na jalaa didani dubbi tiyyale ch'aqasu diddaniifi, amma wonti anini isanii heregu, aka woraanani isani balleesani isani fit'ani. Isani seera kiyyale diddani hameenna fohatani gula baatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin hennaa ani isin waame na jalaa awwaachuu diddanii, hennaa ani isinitti dubbadhe na caqasuu diddanii, anaaf hamaa hojjachuu waan filattaniif hireen keessan nama isin ajjeesu jalatti jilbiiffachu'uun guraade'een du'uu calla'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa ani isin waame, waan hin owwaatiniif, yennaa ani dubbadhelle waan hin caqasiniif, na duratti waan hantuu hujjanee, waan na hin gammachiinne waan gootaneef, ani shallaaga'atti dabarsee isin hin kenna; isin marti qalamiisaaf gad hin jettan» jedha.