Isaiah 65:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gammade sirba, ammo isani garaa hammaatani laalefatani bootani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajiltoonni tiyya waan gara'aan gammadaniif hin faarfatan; isin garuu waan gara'aan gadditaniif hin boottan; waan keessi keessan cabeef banne banne jettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti tiyya gadhaa ifii keessatti gammaddee hin faarfatti; isin ammoo gadhaa keessan keessatti waan gadditanuu fi addii waan kutatanuuf, wiiccifatanee hin boottan.