Isaiah 65:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini anini fohad'e maqa keesanini nama abaarti. Ana, AABBO Waaqa guddati, isani fit'a; ammo nama naa saalfatu maqa haareesa kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Gooftaan du'aaf dabarsee isin kenna; maqaan keessan banii ani filadhe biratti ka abaarame ta'a; tajaajiltoota tiyyaaf garuu maqaa addaa kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ani filadhe maqaa keessan jecha abaarsaa akka godhanu hin godha. Tanaaf ani Goottaan Mootiin Waan Maraa isin hin fixa; tajaajiltoota tiyya ammoo maqaa haareyaan hin waama.