Isaiah 65:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa suni ka eeba nama ira fed'atu, maqa Waaqa d'ugaatini naa eebisi namaani jed'a. Nami kakhu kakhatuleeni maqa Waaqa d'ugaatini kakhata. Gaargali qara lafa jiru hobae deebie inqaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan rakkoon duraanii irraanfatamee ija kiyya afo'oo dhokateef biyya keessatti namni eebba kadhatu ana maqaa Rabbii amanama'aatiin kadhata; biyya keessatti namni kakatullee ana maqaa Rabbii amanama'aatiin kakatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rakkinni durii dedhamee ila tiyya duraa waan dhokateef, nami lafa san keessatti eebbisu, maqaa ana Waaqa dhuga'aatiin hin eebbifama; nami lafa san keessatti kakatu, maqaa ana Waaqa dhuga'aatiin hin kakata» jedha.