Isaiah 65:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini lafa hareetifi gubba haraa uuma. Waan duri lafa jira deebiani inqaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani samiiwwan haarawaa fi ardii haarawa uuma; wonti armaan dura ture maruu hin irraanfatama; hin qaabataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Kunoo, ani ol-gubboota haareyaa fi lafa haareya hin dada; wonni dur te'e hin qaabatantu yookiin hin yaadatantu.