Isaiah 65:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan anini uume sunifi, gammada, qilit'ama. Wonti akanatiifi Yerusalemu hareetiini anini uume fulla gammada taate, gumiini isiileeni gammadi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Yerusaalemiin akka gammaddu, baniin isi'iillee akka gammadanii burraaqan waan godhuuf baraa haga bara baraa gammada'aa burraaqaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani Yerusaalem qachaa gammadaa, kolbaa isi'iille worra gammadu waan godhuuf, isin waan ani dadutti haga bara baraa gammada'aatii, ilillisa'a.