Isaiah 65:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haguma duriti harka balliseti, worra mata jabaate, na dide, kara ufi gula yau kana yaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii fedha ufii hamaa duukaa bu'a'aa worra karaa qajeelaa irra hin jiraanneef harka kiyya badhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani guyyaa guutuu harka kiyya gara kolbaa finqiltu'uu, ta karaa dansaa hin te'in ideentuu, ta yaada hamaa ifii hordottuu badhise.