Isaiah 65:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daimi ch'araqoni deebie indeebiu nami guddaleeni haga jaare hobauti lubbu ind'abu. Nama ganna d'ibba tokoti duu kaimati heregani; nama ganni d'ibba ingahiini ka due abaarsa qaba jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka daa'imumma'atti du'u sirima hin jiraatu; jaarsi uduu umurii ufii hin fixanne du'u hin jiru; namni umurii woggaa dhibbaatitti du'u akka waan ka'imumma'atti du'eetitti waan laakkayamuuf namni umurii woggaa dhibbaatitti du'u akka waan nama abaarameetitti laakkayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achi keessa finni yennaa diqqoo qofa le'u yookiin jaarsi dulloomee bara ifii adoo hin muummeffatin du'u hin jiraatu. Nami woggaa dhibba le'ee du'uuyyuu, akka waan dargaggumma'aan du'eetitti, nami woggaa dhibba adoo hin geyin du'ulle akka nama abaarameetitti laakkowama.