Isaiah 65:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana jaaratani ke taani, oobru zabibu oobratani iraa nyaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya mana ijaaratee keessa jiraata; biqiltuu woyini'iillee dhaabanii daraaraa isaa nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mana ijaarratanee keessa hin le'an; muka woyni'iille dhaabbatanee, midhaan isi'ii hin nyaatan.