Isaiah 65:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini worraa ch'ufti tolte eebifamti, ijoolleeni worraleeni gaargala inargattu. Ammalle anini worraafi d'aloota worrale haga jiru jireenna eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin isaanii duwwaa hin ta'u; ijoolleen isaaniitii fi ijoolleen ijoollee isaanii waan Rabbi eebbiseef; isaan wonti ijoollee uumataniif akka badiin isaan irra gawuufii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan elo'otti hin hafanu; ijoolleen isaaniille dedhuma du'iisaaf hin dhalattu; isaanii fi sanyiin isaanii kolbaa ani Mootiin Waan Maraa eebbise hin te'an.