Isaiah 65:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri na iyyaamanne anini d'agayaafi, ato worri tae na kad'atu jalaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu isaan na hin kadhanne ani isaanii deebisa; uduu isaan hin faateffanne isaanii dhagaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan na hin waammatin, ani isaaniif hin owwaadha; adoo isaan dubbatiisatti jiranuu, ani isaaniif hin dhage'a.