Isaiah 65:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yaifi ilmaani hoola woliini d'eedde, nyeench'ileeni aka looni buuyo nyaate, bofileeni deebie nama inyaatu. Gaara kiyya qulqullo gubbati waan hamtu intolchani yokhaani woma inijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yeyyiinii fi ilmooleen hoolotaa woliin dheedan; leenci akka sanga'aatitti buraa nyaata; bofni biyyee nyaata; isaan gaara kiyya woyyuu irratti womaa hin miidhan; womaa hin balleessan» ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yayyi'ii fi ilmooleen hoole'ee woliin hin dheedan; neenqille akka sanga'aa hicaacee hin nyaata; dhudhuufaan ammoo bukuu hin nyaata. Isaan gaara woyyicha kiyya irratti woy hin miidhanu yookiin woy hin balleessanu» jedha.