Isaiah 65:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti waan ch'eera tahe na dallansiise oobru woyyu keesati sorio baase, waaqa d'araati d'akhaye irati hit'aani aarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kunniin hulee biqiltuu itti dhaabanitti ciincaa ciincessu'uuf miya faaraa hojjatanii hennaa maraa hixaana aarsa'aa na gaddisiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tun fuula kiyya duratti, oorruu keessatti ciincaa dhikeessiisaan, faara loobame irratti hixaana aarsiisaan, yennaa mara na aarsiti.