Isaiah 65:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani worri godaafi irreesa d'aqe ekhera wo gaafate. Worri fooni booyye nyaate fuuto fooni sorio waaqa d'araati baasani d'uga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra hulee awwaalaa jiraatan, worra hulee dhossa'aa keessa jiraatanii fi worra foon booyye'ee nyaatan; shoorbaan foonii ka battaaye meeshaa isaanii keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan awwaala odduu tee'an; halkanille addee dhokatte bulan; foon booyye'ee nyaatan; shorbaan foon batti'i okkotee isaanii keessa guuteera.