Isaiah 65:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri waan nama d'ibiini jed'u, Nuti ind'iaatiina, nuraa fagaad'a, nu intuqina, nu nama qulqullo! Worri seeruma hafuura ani baafad'u, woma keesa injiru dallansuuni anini worrati dallanu ibida haguma jiru ind'aamne fakaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ‹Nu'u worra woyyuu waan taaneef gara keenna hin dhiyaatinaa'a!› jedhan; wonti kunniin waan dheekkamsa kiyya guddaa akka ibidda guyyaa guutuu bobayuutitti worra bobeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, ‹Nuuti woyyoota waan teeneef, nu irraa fagaadha'a; nutti hin dhikaatina'a!› worra jedhu. Kolbaan akkasii akka ibidda guyyaa guutuu bobe'uu, aariin tiyya akka bobeettu gooti.