Isaiah 65:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maro daba worraatifi ka ababoota worrale haalo baafad'a. Worri gaara irati sorio gubbaani baase kubile irati na arabse. Tanaafi anini waan worri tolche suni gula haalo baafad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Waan isaan gaarran irratti ciincaa dhiyeessanii fi waan maqaa kiyya hin kabajjineef, waan yakka isaaniitii fi waan yakka abboota isaaniitii gatii isaanii maraa isaanii kaffala.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gaarota irratti hixaana waan aarsaneef, koobota irralle'etti waan na faanshessaneef, yakkaa isaaniitii fi yakkaa abbootii isaanii, akkuma hujii isaanii ta durii sanitti mataa isaaniititti hin deebisa» jedha.