Isaiah 65:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Nami mid'aani zabibu dansa balleesu injiru, ammo fulla balleesu daad'i mid'aasa. Aninileeni gumi tiyya ch'ufa imballeesu nama naa hojatu anini inuma baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Daadhiin woyini'ii gaalee woyini'ii irraa waan argamuuf ‹waan eebba qabduuf isiillee hin balleessinaa'a› akkuma jedhamu anillee akkasuma tajaajiltoota kiyyaaf jedhee banii maraa hin balleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammalle, «Akkuma namooti unkuruurri woyni'ii damee muka woyni'ii irra adoo jiruu, ‹Eebbi isa keessa waan jiruuf, hin balleessina'a› jedhanu, anille tajaajiltoota kiyyaaf jedhee, akkasuma godha malee, isaan mara hin balleessu.