Isaiah 65:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Israeli ka gosa Yuda daraarse, d'alooti worraleeni lafa tiyya ta gaareeni d'aala. Ammalle gumiini anini fohad'e, ta naa hojatu, achi teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobiif ijoollee kenna, Yihuudaa nama lafa gaarran kiyyaa dhaalu godha; worri ani filadhe lafa san fudhatan; tajaajiltoonni tiyya achi keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoobiif ijoollee hin kenna; Yihudaalle gaarota kiyya akka dhaalu hin godha; kolbaan tiyya ta ani filadhe addee san hin dhaalti; tajaajiltooti tiyyalle achi keessa hin leeti.