Isaiah 66:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, gubbaani barch'uma kiyya, lafti fulla anini miila d'ad'abad'u. Mani isani naa jaartani me re? Fullaani anini hafuura iti baafad'u eesa taati?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Samiin teessoo kiyya; ardiin ejjata miila kiyyaati; manni isin naa ijaartan mana attamiiti? huleen ani itti hara baafadhu ka attamiiti?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ol-gubbaan teessoo tiyya; lattille ijjata miila kiyyaa ti. Isin eessatti mana naaf ijaartan? Addeen foora kiyyaalle eessa?