Isaiah 66:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isanileeni waan isii keesaa baha d'uddani quuftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti waan kana gootaniif harma isi'ii ka nama jabeessu hootanii akka quuftan, qoma isi'iitii aannan guddaa dhuddanii akka gammaddaniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harma isi'ii ka jajjabeessu haga quuttanutti hin hootan; karra isi'ii baca'aan hin gammaddan.