Isaiah 66:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini hormaata haga jiru jireennatini isii d'ufe, hormaati gosa ch'ufaa akuma laga yae inch'inne isaniti yaa. Isani daima haati hoosifate hamparte ufirati sirbisiftu fakaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Qabeenna isi'ii akka bisaan lagaa baay'isa, qabeenna bani'iillee akka burqaa lagaa taasisa; harka isi'ii keessatti ammatamtanii hootan, gudeeda ufii irra isin kaayattee isin kunuunsiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani nageya Yerusaalemiif akka lagaa hin dhangalaasa; karra gosa biyya adda addaalle akka madda bisaanii gara isi'ii hin lolaasa; isiin habbaarattee isin hin hoosifatti; gudeeda ifii irralle'etti isin hin tassiifatti.