Isaiah 66:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ibidaani d'ufe, gaarini inni yaabatu aka bubbe utaale, inni nama iti dallane gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi lola ufii jaba'aan haluu bayu'uu fi arraba ibiddaa ka bobawuun lolu'uuf ibiddaan dhufa; konkolaataan isaa akka bubbe'eeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Mootiin Waan Maraa ibiddaan dhufiisatti jira; garreettoti fardaan harkifamu ka isaalle akka hobonbolatti'ii ti; inni aarii ifii mufi'iin, xixxaa ifii bobe'a ibiddaatiin hin mudhisa.