Isaiah 66:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ibidaafi goraadeeni nama lafa ch'ufa keesa jiru, ka wollaala qabu, gaargalcha — nama heddule infit'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi nama marattuu ibiddaa fi guraade'een murteessa; akkasuma namoota hedduu du'aan adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ibiddaa fi shallaagaa ifiitiin nama maratti waan muruuf, nama hedduu hin fixa.